Fana: At a Speed of Life!

Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii qajeelcha fayyaa godina Gaamoo waliin ta’uun Hospiitala waliigala Laallibalaaf deeggarsa taasisaan

Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii qajeelcha fayyaa godina Gaamoo waliin ta’uun Hospiitala waliigala Laallibalaaf deeggarsa taasisaaniiru.

Deeggarsichii meeshaaleen wallaa’ansaa Birrii miiliyoona 2.8tti tilaamamudha jedgameera.

Dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa ABUT’tiin miidhamaan deeggaruuf deeggarsichi taasifamuu ragaan Kominikeeshinii godina Gaamoorra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.