Fana: At a Speed of Life!

Hospitalli Meedikaalaa ‘Yekkaatiit 12’ Ispeeshaalistootaa fi Ogeeyyii Fayyaa eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Hospitaalli Meedikaalaa ‘Yekkaatiit 12’ yeroo jalqabaaf Ispeeshaalistoota fayyaa 17 fi ogeeyyii fayyaa 139 eebbisiise.

Sagantaa eebbichaarratti Kantiibaan Bulchiisa Magaalaa Finfinne Aadde Adaanech Abeebee argamaniiru.

Aadde adaanecha ergaa darsaniin eebbifaamtoonni, carraaqqii hedduu booda milkaa’uu fi waadaa ogummaa seenaniin lammiilee isaanii qajeelummaa fi amanamummaan tajaajiluuf ga’uu isaaniif gammachuu itti dhagaa’ame ibsaniiru.

Finfinnee giddugala tuuriizimii damee fayyaa taasisuuf karoora qabame milkeessuuf hojiilee hojjetamaan kan deeggaruudha jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.