Fana: At a Speed of Life!

Hoteelota 200f irra deebidhaan sadarkaan laatamuufi

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Hoteelota 200f irra deebidhaan sadarkaan laatamuufi.
 
Bara kana hoteelota 200f irra deebidhaan sadarkaan kan laatamu ta’uu Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii beeksise.
 
Ministeerichi sadarkaa laatamu ilaalchisee abbootii qabeenyaa hoteelotaa magaalaa Finfinnee waliin mari’ateera.
 
Dambii fi qajeelfamni sadarkeessa hoteelotaa waggaa sadi sadiin sadarkaan akka laatamu ajaja.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.