Fana: At a Speed of Life!

Humnoonni nagaa kabachiisaa Ityoophiyaa fi Jibuutii shaakala loltummaa waloo taasisan

Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) – Humnoonni nagaa kabachiisaa Ityoophiyaa fi Jibuutii shaakala loltummaa waloo taasiisaniiru.

Humnoonni nagaa kabachiisaa Ityoophiyaa fi Jiibuutii Seektarri Atimiis 4ffaan shaakala waloo loltummaa dirqamarratti bu’uureeffate marsaa 7ffaaf taasiisaniiru.

Humnoonni nagaa kabachiisaa biyyoota lamaanii shaakala loltummaa waloo kana taasiisuun dirqama yeroo itti aanuu sirnaan raawwachuuf qooda olaanaa qabaachuu Itti aanaan ajajaan seektarichaa Koloneel Shumat Xalalaaw ibsaniiru.

Qocholoo shororkeessitoonni raawwatan qolachuuf ga’ee qabaachuu fi tokkummaa loltoota biyyoota lamaanii caalmaatti kan cimsu ta’uu dubbachuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.