Fana: At a Speed of Life!

Hundeeffamni Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa gaggeeffama jira

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Hundeeffamni Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa gaggeeffama jira.

Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa sadarkaa biyyaalessatti mata duree “ Magaalaa Fooyya’aa Jireenya Fooyya’aaf” jedhuun sirni hundeeffama fooramii magaalotaa Finfinneetti gaggeeffama jira.

Fooramicharratti kantiibonni magaalootaa argamaniiru.

Ajandaa xiyyeeffannoo magaalootaa irratti barreeffamni dhiyaachuun marii’atamaa jira.

Kantiiboota raawwii gaarii argamsiisaniif beekkamtiin ni laatama jedhameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.