Fana: At a Speed of Life!

IGAD Moqaadishootti tasgabbiin dhabamuunsaa akka isaa yaaddesse ibse

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa IGAD Moqaadishootti tasgabbiin dhabamuunsaa akka isaa yaaddesse ibseera.
IGAD Somaaliyaatti tasgabbii dhabamuun siyaasaa dabalaa dhufe haala nageenya biyyattii jeequ akka danda’u ibseera.
Tasgabbiin dhabamuun muul’dhataa jiru biyyatti ceesisuuf tattaaffi taasifamuu irratti rakkoo uumuu akka danda’uu yaadachiisera.
Ijaarsa biyyaa, filannoo biyyattin gaggeessituu fi shoroorkeessitoota waraanuurratti dhiibbaa uumuu akka danda’uus IGAD ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.