Fana: At a Speed of Life!

Injinar Takkalaan proojaktoota ijaarsa daandii lama daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Itti aanaa kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinar Takkalaa Uumaa proojaktoota ijaarsa daandii lama daawwataniiru.
 
Injinar Takkalaan proojaktoota ijaarsa daandii Addababayii Pushkiin – Qeeraa -Gotaraa fi Walloo Safar-Uraa’eel daawwataniiru.
 
Proojaktoonni daandii kun dheerina kiilo meetra 5.2 kan qaban yoo ta’u, deeggarsa mootummaa Chaayinarra argamee fi baasii bulchiinsa magaalaa Finfinneen kan ijaaramanidha.
 
Haaymaanoot Iyyaasuutu gabaase
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.