Fana: At a Speed of Life!

Interpiraayiziin Daandiwwan Kaffaltii Ityoophiyaa baatiwwan 6 darbanitti birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 93 ol galii walitti qabe

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Interpiraaziin Daandiwwan Kaffaltii Ityoophiyaa birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 93 ol galii walitti qabuu beeksiseera.
Daandiin Saffisaa Finfinnee – Adaamaa – Dirree Dawwaa – Dawalee bara baajatichaa tajaajila yaa’iinsa tiraafikaa miiliyoona 4 fi kuma dhibba 8 fi kuma 11 fi 698 laachuuf karoorfatee tajaajila miiliyoona 4 fi kuma dhibba 4 fi kuma 13 fi 682 keessummeessuu ibsameera.
Tajaajila laatee fi maddawwan kaffaltii garaagaraarraa birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 93 fi kuma dhibba 3 fi kuma 85 fi 165 galii walitti qabuu Initerpiraayiziin daandiwwan kaffaltii Ityoophiyaa beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.