Fana: At a Speed of Life!

Invastimanti alaarra doolarri biiliyoonni 3.9 argame

Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan Invastimantii alaarra doolaraa Ameerikaa biiliyoona 3.9 argachuu Komishiniin Invastimantii beeksise.

Ityoophiyaan bara baajata xumurameetti dhiyeenyaa eeyyamaa telekoom irra argamee doolaraa miiliyoona 800 dabalatee, doolarrii biiliyoonni 3.9 argameera.

Galiin argamee kan bara darbeen wal bira qabamee yoo ilaallamuu, fooyya’aa ta’uu komishinarri komishinichaa Laliisee Nameen ibsaniiru.

Bara baajata 2012tti daldalaa alaarra galiin dolaarri biiliyoonni 2.5 argamuus himaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.