Fana: At a Speed of Life!

Iraan, Raashiyaa fi Chaayinaan shaakalaa waloo humna galaanaarra eegaluufi

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Iraan, Raashiyaa fi Chaayinaan shaakalaa waloo humna galaanaa Hindirratti eegaluufi.

Kayyoon shaakalaa humna galaanaarra biyyoota kanneenii  nageenya daldalaa galaanaa idil addunyaa cimsuu, daldalaa babaldhisuu, shororkeessummaa galaanaarraa fi hattoota galaanaarra ittisuuf ta’uun Televiizhiniin Mootummaa Iraan gabaaseera.

Shaakalichi galaana Hindirratti kutaa Kaabaatti lafaa kiiloo meetir skuweerii kuma 17 akka gaggeefamuus himameera.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.