Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate

Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate.

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Irreecha Hora Finfinnee Doloolloo Buddeenatiif kaartaa mirkana lafaa laatera.

Sirna walharkaa fuudhinsa kaartichaarratti hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa obbo Kabbadaa Deesisaa, qondaaltonni mootummaa biroon, abbaan Gadaa Tuulamaa fi Barreessaan Gumii Abbootii Gadaa Oromoo Goobanaa Hoolaa akkasumas, walitti qabaan Gumii Abbootii Gadaa Oromoo fi Abbaan Gadaa Jiloo Maandhoo argamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.