Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Weelsi 0 – 2 Iraan

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa 22ffaan har’a marsaa 2ffaaf Weelsii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Iraaniin xumurameera. Iraan dhiibbaa uumtee taphachuun weelsi goolii 2 fi 0n injifachuun qabxii 3 argatteerti. Goolii ‘Cheshmi’ fi Rezaeian daqiiqaawwan dabalataa kenname keessatti galchaniin Iraan…
Read More...

Uraagaay 0 – 0 Kooriyaa Kibbaa

Finfinee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Uraagaayiifi Kooriyaa  Kibbaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame. Tapha gareen lameen istaadiyeemii “Ejukeeshin siitii”tti taasisan goolii malee qixa…

Siwiizarlaandi 1 -0 Kaameeruun

Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Kubbaa Miilaa waancaa Addunyaa 22ffaan Siwiizarlaandii fi Kaameeruun gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurame . Siwiizarlaandii goolii Embooloon…

speen 7-0 Kostaarikaa Xumurame

IFinfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Tapahaa Waancaa Addunyaa 22ffaa galgalaa kanaan taphatameen Ispeenii galchii 7 Kostaarikaarratti lakkoofsisuun taphichi xumurameera. Morkiin taphaa gareewwan kubbaa miilaa biyyoota lameenii gidduutti…

Moorokoo 0 – 0 Kirooshiyaa

Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Moorokoo fi Kirooshiyaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame. Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa hanga ammaatti taphameen biyyoonni Afrikaa bakka bu’an 3 kan…