Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan Preezdaantii Somaalee Laand Jigjigaa galan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) – Jilli Itti aanaa Preezdaantii Somaalee Laand Abdurahimaan Abdullaahii Sayilii’iin durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.

Jillichi wayita Magaalaa Toogoowaalee ga’u hoggantoota olaanoo mootummaa naannoo Somaaleen simannaan taasiifameefira.

Jilli Itti aanaa Preezdaantii Somaalee Laand Abdurahimaan Abdullaahii Sayilii’iin durfamu kun hundeeffama mootummaa haaraa naannoo Somaalee guyyaa boruu gaggeeffamurratti hirmaachuuf ta’uu ragaan miidiyaa biyyattirraa argame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.