Fana: At a Speed of Life!

Ityoo Teeleekoom Damee Bahaatti tajaajila 4G LTE advaansiid eegalchiise

Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Damee Bahaatti tajaajilli 4G LTE advaansiid eegaluu beeksiise.
Jigjigaa, Godee, Faqii, Dagaahaabuur, Qabira Biyaahi, Waardeerii fi Qabira Dahaaritti eegaleera.
Tajaajilli 4G LTE advaansiid hojii akka eegalu hojjettoonni dhaabbatichaa dhamaatii taasiisaniif hojii gaggeessituu olaantuun Ityoo Teeleekoo aadde Fireehiyiwat Taammiruun galateeffataniiru.
Naannichaatti walga’iinsaa fi dandeettii Neetworkii guddisuuf proojektiiwwan garaagaraa hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.