Fana: At a Speed of Life!

Ityoo Teeleekoom Magaaloota Kaaba Bahaa Ityoophiyaatti Tajaajila 4G Eegalchiise

Finfinnee, Caamsaa 23 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Bahaa Ityoophiyaa magaaloota Kaaba Baha Ityoophiyaa tajaajila 4G eegalchiiseera.
Magaaloota Kaaba Baha Ityoophiyaa magaalaa Dasee, Hayiq,Kamisee, Laallibalaa, Qoobboo fi Waldiyaatti tajaajilli 4G eegaluu Hojii raawwachiiftuun olaantuun Ityoo Teeleekoom aadde Fireehiyiwat Taammiruun ibsaniiru.
Maamiltoota kuma dhibba 5 fi kuma 77 fayyadamoo kan taasiisuudha jedhame.
Bara 2022tti tajaajila 4G gara tajaajila dhaloota 5ffaa (5G) ol giddisuuf hojjetamaa jiraachuu aadde Fireehiyiwat dubbataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.