Fana: At a Speed of Life!

Ityoo Teeleekoom Magaalota Damee Giddugala Kaabaatti tajaajila 4G boru eegalchiisa

Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Tajaajila Intarneetii 4GLte magaaloota damee giddugala Kaabaatti eegalchiiseera.
Tajaajilli intarneetii saffisaa 4GLte advanced jedhamu damee giddugala Kaabaa magaaloota Fiichee, Sululta, Garba Gurraacha, Sandaafaa, Laga Xaafoo, Shanoo, Dabra Birihaanii fi Shawaa Roobiitti hojii eegaluu Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Ityoo Teeleekoom Aadde Firehiyiwoot Taammiruu ibsaniiru.
Tajaajilli tele birrii, viidiyoowwan garagaraa saffisaan buufachuu fi ciccita sagalee malee qulqullinaan walii galuuf shoora olaanaa qabaachuu ibsaniiru.
Maamiltoota kuma dhibba 3 fi kuma 86 fayyadamoo kan taasiisu ta’uu eeraniiru.
Magaalaa Finfinne dabalatee magaaloota dameewwan 15 jalatti aragaman 86 tajaajila 4Gte ta’uu Aadde Fireehiyiwoota ibsaniiru.
Abbabaa Yeshawaali’uultu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.