Fana: At a Speed of Life!

Ityoo Teeleekoom teeknooloojii daldalaa Teelee Birrii waliin hidhata qabu ifoomse

Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Teeknooloojii Sooftiweerii Siineet waliin ta’uun teeknooloojii hawaasni bifa salphaan Teelee Birriin bittaa fi gurgurtaa raawwachuu danda’an ifoomseera.

Teeknooloojii haaraan kun adeemsa bittaa fi gurguraataa saffisaa fi amanamaa taasiisuun haala yeroo qusatuun sirni daddabarsa maallaqaa biyyattii bu’uura amansiisaa akka qabaatu dandeessisa jedhame.

Dhaabbatichi yeroo yeroon hojmaata haaraa beeksiisuun bu’aa jajjabeessaa galmeessisaa adeemsa Diijitaalaa Ityoophiyaa dhugoomsuu cimsee itti fufuu eerameera.

Addisuu Mulunehitu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.