Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa 1-1 Burrundii

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurameera.
Taphni har’a biyyoota ramaddii ‘B’ jala jiran gidduutti Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daariitti Ityoophiyaa fi Burrundii gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurameera.
Charinnat Gugsaa daqiiqaa 44ffaarratti Ityoophiyaaf goolii tokko yoo galchu,Hakizimana Issaan ammoo Burrundiif daqiiqaa 66ffarratti tokko galcheera.
Burrundiin qabxii 4 ramaddicha dursaa jirti.
Ityoophiyaan qabxii 2 sadarkaa 2ffaarratti argamti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.