Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Baankiin Misooma Afrikaa waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 5.2 mallatteessan

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin Misooma Afrikaa waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 5.2 mallatteessaniiru.
Ityoophiyaa fi Baankiin Misooma Afrikaa har’a waliigaltee lama mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Baankii Misooma Afrikaatti itti aanaan Daayreektara naannoo Baha Afrikaa Dooktar Abduu Kaamaarraa waliigalticha mallatteessaniiru.
Waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 5.2 yookaa Doolara Miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 18.1 mallatteessuu isaanii ragaan Ministeera Maallaqaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.