Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona 120 mallatteessan

Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 20 mallatteessaniiru.
Ministir Deettaan Ministeera Maallaqaa Yaasimii Wahaabarbii fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Ittoo Taakaakoon walii galticha mallatteessaniiru.
Deeggarsichi oomisha Ruuzii dhiyeessuun wabii midhaan nyaataa mirkaneessuf kan gargaaruu fi dhiyeessii Ruuzii Gabaarratti guddisuuf yaaddamee ta’uu ragaan Ministeera Maallaqaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.