Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Turki damee loltummaan tumsaan hojjechuuf walii galan

 

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Turki damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.

Waliigalticha Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataan gita isaanii Turki waliin waliif mallatteessaniiru.

Misooma damee Bishaanirrattis waliin hojjechuuf waliigalaniiru jedhame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.