Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Xaaliyaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 58.8 mallateessan

Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Xaaliyaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 58.8 mallateessaniiru.

Waligaltee deeggarsichaa Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaan Arturoo Luuzii maallateessaniiru.

Deeggarsichi carraa hojii uumuu keessaayuu hojiiwwan daldalaa xixiqqaa fi dubartootaan sochoofamaan jabeessuuf ta’uu ragaan Ministeera Maallaqaa ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.