Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi nageenya ummataa, waliin jireenyaa fi misoomaaf tumsaan yeroon hojjechuu qaban amma – MM Abiy Ahimaad

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan, Sudaanii fi Gibtsi nageenya ummataa, Waliin jireenyaa, fi misoomaaf tumsaan yeroon hojjechuu qaban amma ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimaad ibsaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimaad hidha haaromsa Guddicha ilaalchisee ibsa laataniin Hidhaan Haaromsaa nageenya ummata biyyoota kanneenniif, waliin jireenyaa fi tumsaan misoomuuf carraa qabatee kan dhufe ta’uu ibsaniiru.
Lagni Naayil waliigala Proojektii Hidha Haaromsaa ol kaayyoo nageenya, waliin jireenyaa fi misooma biyyoota sadanii milkeessuuf murteessaa ta’uu eeraniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.