Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan filannicha nagaan xumuruu isheef Chaayinaan erga baga gammadanii dabarsite

Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa filannoo marsaa gffaa gaggeessitee nagaan xumuruu isheef Chaayinaan erga baga gammadanii dabarsiteetti.

Biyyattin ergicha karaa Dubbi himaa Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Liyaan Zaa’ootin kan dabarsite.

Ergichis, Ityoophiyaan filannoo marsaa 6ffaa gaggeessitee milkiin xumuramuu ibsuun, yeroo itti aanuutti tumsa faayidaa uummattoota biyyoota lamaaniirratti waloon kan hojjetan ta’uu ibsaniiru.

Tumsa Chaayinaaf Afrikaa Ityoophiyaan ishee ijoodha jechuun fuula Twiitara isaaniirratti ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.