Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Laga Abbayyaa Misooma isheef yoo oolchitu,biyyoota yaa’a gara gadii jiranirratti miidhaa kamiyyuu akka geessisuu fedhii hin qabdu- Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Eebla 10, 2013 (FBC)-  Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan Laga Abbayyaa Misooma isheef yoo oolchitu,biyyoota yaa’a gara gadii jiranirratti miidhaa kamiyyuu akka geessisuu fedhiis,karooras hin qabdu jedhan.

Guutinsi bishaani Hidha Haaromsa marsaa 2ffaan osoo itti hin fufiin hulaa bishaan ittin yaa’u haaraan gargaaramuun bara darbe kan hidhameen dabalataan bishaan kan gadhiiftu yoo ta’uu,

Guutinsi bishaani marsaa 2ffaan kan hojjetamu hangi roobaa olaanaan wayita argamu baatii Adooleessa/Hagayyaa waan ta’eef Sudaan lolaan akka hin fudhatamaneef ishii fayyada jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.