Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa itti fufti – Obbo Dammaqaa Makonniin

Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa eegalte itti fufti jedhan itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin.
Imala olka’iinsaan dhugaa fi haqa qabachuun furmaata hunda hidhannoo taasiisuuf qophoofneerra jedhaan Fuula Feesbuukii isaaniin.
Humnoota biyya keenya duubaatti deebisuuf yaalaan ummata waliin taane ni moo’anna jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo
waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.