Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan rakkoolee bubbulan irraa hiikamtee daandii abdiirraa akka fuulduratti imaltu qabsaa’aa jirra- MM Abiy

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan rakkoolee bubbulan irraa hiikamtee daandii abdiirraa akka fuulduratti imaltu qabsaa’aa jirra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Dhaalli rakkooshee inni darbe gidiraa keenya dheeressuuf nutti qabsaa’a jiras jedhan ergaa karaa fuula feesbuukii isaaniitiin dabarsaniin.

“Nutimmoo abdii keenya lalisiisuuf qabsoofna. Yoo rakkoo keenyaan liqimsamne nu moo’a. Yoo abdii keenyaaf qabsoofne nutu moo’a.” jedhan.

Dilbata kana hundi keenya waldanda’uufi waliin ta’uun akka moo’u haa kadhannus jedhan.

Egereen keenya ifa akka ta’ummoo, baanee biqiltuuwwan haa dhaabnus jedhan.

Rakkoon moo’amaan dhaalame nudhukkubsuu malee, numoo’achuu hin danda’us jechuun ibsan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.