Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 343 Sawuud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- lammiileen Ityoophiyaa 343 Sawuud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Lammiileen kunneen wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’anitti Bakka Bu’aan Daayreektara Dhimmoota Qonsilaa Ministeera Dhimma Alaa achitti argamuun simataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.