Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni 297 Saawdii Arabiyaatii deebi’an

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 297 Saawdii Arabiyaatii deebi’an.

Deebitoota keessaa 25 daa’imman ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI beeksiseera.

Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yoo ga’an hoggansa Ministeera Dhimma Alaatin simannaan taasifameefira.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.