Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 300 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 300 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun deebitoota kanneen simachuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.