Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni dhimma keessoo isaanii ofiin furuuf dandeettii qabu – Wuu Peeng

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni dhimma keessoo isaanii ofiin furachuuf dandeettii fi ogummaa qabaachuu Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti,Daayreekterri Dhimmoota Afriikaa Wuu Peeng ibsaniiru.
Tarkaanfiin mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigraayitti dhukaasa dhaabu dabarse sirrii ta’uu Wuu Peengi himaniiru.
Ityoophiyaa keessatti nageenyi, tasgabbii fi badhaadhinni akka jiraatu hawwii qabaachuu Wuu Peeng ergaa Fuula Tiwiitarii isaanirratti barreessaniin eeraniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.