Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti  mariin sirna nyaatarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti waltajjiin marii sirna nyaatarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.

Waltajjichi tumsa Ministeera Qonnaa, Fayyaa fi qaamolee dhimmi ilaallatuun kan qophaa’ee ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.

Waltajjiin marii kun haala waqtaawaa biyyaa fi sirna nyaata gara fulduuraarratti kan xiyyeefate ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.