Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,709 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,709 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 28 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 8,307 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,709 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,076 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 58,201 irratti argama.

Namoonni 1,027 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 28 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,328 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 40 fi 236 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.