Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,739 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Eebila2, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,739 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 35 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,487 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,739 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,093 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 55,069 irratti argama.

Namoonni 933 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 35 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,146 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 27 fi 255 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.