Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,741 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,741 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 28 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 8,083 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,741 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,595 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 55,187 irratti argama.

Namoonni 971 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 28 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,174 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 28 fi 996 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.