Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,851 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 33 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,487 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,851 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,193 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 54,458 irratti argama.

Namoonni 895 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 33 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,111 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 25 fi 516 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.