Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,878 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee,Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,878 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 27 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,962 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,878 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 742 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 50,256 irratti argama.

Namoonni 857 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 27 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,963 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 15 fi 189 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.