Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee,Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,757 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 2,121 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 617 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 53,833 irratti argama.

Namoonni 892 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 20 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,078 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 23 fi 665 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.