Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,149 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,149 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 33 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 8,878 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 2,149 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,288 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 57,388 irratti argama.

Namoonni 1,031 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 33 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,285 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 36 fi 554 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.