Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 322 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 322 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 1,778 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 322 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 360 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 54, 148 irratti argama.

Namoonni 883 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 17 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,726 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 58 fi 384 qabamaniiru.

Namoonni 1,134,885 talaallii fudhataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.