Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 382 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 382 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,824 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 382 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,076 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 41, 994 irratti argama.

Namoonni 569 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 12 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 4,008 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 66 fi 646 qabamaniiru.

Namoonni 1,470,079 talaallii fudhataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.