Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 437 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 437 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,342f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 437 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 549 dandamataniiru.

Namoonni 11,744 yaalarratti argamu.

Namoonni 219 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 4 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,075 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 134,569 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.