Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 485 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 485 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,303 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 485 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,716 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 48, 782 irratti argama.

Namoonni 740 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 17 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,888 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 62 fi 702 qabamaniiru.

Namoonni 1,295,723 talaallii fudhataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.