Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 541 vaayrasii koroonaan qabaman

 

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 541 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,638 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 541 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,523 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 52, 901 irratti argama.

Namoonni 822 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 15 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,772 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 59 fi 354 qabamaniiru.

Namoonni 1,194,578 talaallii fudhataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.