Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,164f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 665 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Namoonni haaraan 199 dandamataniiru.
Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 17,120 irratti argama.
Namoonni 308 wallaansa cimaa keessatti argamu.
Lubbuun namoota 14 darbeera.
Waliigala lubbuun namoota 2,223 darbeera.
Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 148,490 dhibichaan qabamaniiru.
Ityoophiyaa dameewwan invansiimantii agroo proosasiing, tuuriziimii, maanufaakchariing, albuudaa fi infoormeeshinii teeknooloojirrati xiyyeeffannoo akka laattuu Dooktar Iyoob himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.