Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 778 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 778 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 18 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,521 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 778 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,412 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 50, 868 irratti argama.

Namoonni 765 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 18 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,840 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 61 fi 580 qabamaniiru.

Namoonni 1,287,801 talaallii fudhataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.