Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 977 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 977 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,089f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 977 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 387 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 19,478 irratti argama.

Namoonni 386 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 12 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,316 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 155,234 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.