Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 995 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 995 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,342 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 995 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 139 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 26,050 irratti argama.

Namoonni 435 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 13 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,442 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 167,133 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.