Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni haaraan 554 vaayrasii koroonaarra dandamatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 124 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 3 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,177 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 124 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 554 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 15, 528 irratti argama.

Namoonni 204 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 3 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 4,286 darbeera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.