Fana: At a Speed of Life!

Seera, demokraasii fi miidiyaa cimsuurratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti seera, demokraasii fi miidiyaa cimsuudhan raawwii mootummaa fi hirmaannaa ummataa guddisuurratti mari’atamaa jira.

Waltajjiin marichaa magaalaa Bishooftuutti taa’amaa jira.

Waltajjicha kan qopheesse yuunvarsiitota Neezarlaand 3, yuunvarsitoota Ityoophiyaa 5 fi Abbaa Taayitaa Broodkaastii Ityoophiyaati.

Karoorri marichaas naannoo Oromiyaa, Amaaraa fi Tigraayirratti hojiirra oola jedhameera.

Waltajjichaan olaantummaa seeraa cimsuu, demokraasii gabbisuu, bulchiinsa ummataa gadii gara olii ta’e jajjabeesuu fi hirmaannaa ummataa gabbisuurratti mari’atamaa jira.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.